QQQ Nagaa fi fayyaan miseensota Qeerroo hundaaf haata. Afaan Oromoo keessatti sagaloonni "Ga" fi "daa"n jecha Gadaa jedhu kennu. HORTEE OROMOO _ Boorana fi Barentu kaa Oromoti Oromoon kaa xaboti Xaboo kaa waaqoti Waaqoo. "/> Bara 1977, artistoonni Oromoo hawwisoo Kutaa Biyyaa Arsii, Baalee, Jimmaa, Wallaggaa, Shawaa fi Harargeerraa dhufan Finfinnee Biheeraawwii Tiyaatiriitti agariisaf walitti qabaman. mootii kumsaa morodaa,bulchaa leeqaa naqamtee ture, Abdiisaa Aagaa - loltuu Xaaliyaaniin lolaa turee fi. Aadaanimmoo afaaniin ibsama, argaa dhageettiidhaan tikfamee dhalootatti darba. Moggaasa maqaa Jimmaa fi seenaa Mootii abbaa jifaar Oromoon kibba lixaa kutaalee guguddaa afuritti qoodamee naannawa har’a godinoota Jimma, Wallagga bahaafi Shawaa Lixa keessa bal’inaan jiraatu. Maallimni gosa angafummaafi kennaa addaa Waaqarraa argatanis ni qabu. Ilmaan Oromoo kutaa adda addaa irraa carraan gara yuniversiitii kanaa isaan geesses akka Yuniversiitiin Jimmaa biyya Oromoo magaalaa Jimmaa keessatti argama. Sochiin urjii, ji'aa fi aduu moggaasa maqaa Oromoo keessatti gahee qabu. Hojiin Gadaa Duudhaa Oromoo irratti waan hundaa’uuf Oromoo biratti kabajaafi jaalala guddaa qaba. Yeroo har’aa kanatti hawaasni bal’aan dhimma isaa kara mana murtiitiin dhaquurra gara. Ummatni Oromoo hortee kuush keessaa isa tokko ta’ee ummata sirna ittiin bulmaata mataa isaa qabuudha. The FOON IRM is a visionary organization born from an Oromo -for- Oromo. 1991 irraa kaasee hanga ABOn chaartara Mootu. Haala kanaan hoggansi sadarkaa naannoorraa kaasee hanga ‘Facebook’n gosoota Seenaa ‘Facebook’ Read More. naannoo bara 4000 baha Afrikaa hanga Galaana Diimaatti, Kaaba Afrikaa Morookoodhaa hanga biyyoota Atilaantikiitti, Arabiyaarraa hanga Mesoppotaamiyaa, Awurooppaafi Giddugala Eeshiyaa akka turan ni himama.